WELCOME TO OBG TRILATERAL PEACE AND DEVELOPMENT OFFICIAL WEBSITE Baga Gara Marsariitii Waajjira Qindeessaa Sagantaa Nageenyaa fi Misooma Waliinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa,Benishaangul Gumuzii fi Gambeellaa Nagaan Dhuftan ወደ ኦሮሚያ፣ ቤኒሻንጉል ጉሙዝ እና ጋምቤላ ክልላዊ መንግስታት የሶስትዎሽ የጋራ የሠላምና የልማት ማስተባበሪያ ጽ/ቤት ዌብሳይት እንኳን በደህና መጡ ::

image

Image
Obbo Firoomsaa Solomoon Abbabaa, Hoog. Waajjiraa

Documentary film on peace building

Ergaa Hoogganaa Waajjirichaa irraa

Seenaa irraa hubachuun akkuma danda’amu Uumanni Oromoo fi B/Gumuziif Gambeellaa keessumaa Uumanni Lixa Itiyophiyaa jiraatan teessuma lafa isaaniitiin kan walitti hidhamanii jiran Aadaan, Seenaan, afaaniin aadaa waliin jireenyaa gaarii kan qaban gamtaan tokkoomee fuudhaan dhiigaan kan walkeessaa jiruu fi uumataa wal-soddomfatee baroota dheeraaf jaalalaan tokkummaan waliin jiraataa tureefii jiraachaajiruudha.Haa ta’uutii yeroo dhiyoo asitti rakkoo nageenyaa gidduu isaanii tureen waldhabdeen mullatee jira.sababa walitti bu’iinsa tureetiin buqqaatiin turee jira wal ajjeechaa qabeenyi manca’uun ballinaan mul’atee ture.Sababa kanaan kan ka’e mootummaan naannoo Oromiyaa, BG fi GM wajjiraa waloo kana hundeessuun rakkoon kun bu’uuraarraa akka hikkatuuf ta’ee jira.Isaanis :Mareen Araaraa,Walittii dhufeenyi uummattootaa akka cimuuf,Walshakkiin akka hin jiraanneef sirna araaraa kakuun gaggeessuu,Koree nagaa gaggeessuu,Dargaggoo ispoortiin walitti hidhuun,Bu’uuraalee misoomaan walitti hidhuun waliin fayyadamoo akka ta’aniif hojjetamaa jira,Kanaaf Uummatoonni kun uummata Riqicha ta’ee walceesisu malee uummata daandii walitti cufu akka hin taane rakkoo nageenyaa tureen walitti buqqa’uun waliif dirmachuun obbolummaa isaanii kan walitti agarsiisan ta’uu hubachuun danda’amee jira.

ከታሪክ እንደሚታየው የኦሮሞ ህዝብ፣ ብ/ጉሙዝ እና ጋምቤላ በተለይም የምዕራብ ኢትዮጵያ ህዝቦች በመልክአ ምድራዊ አቀማመጥ፣ በባህል፣ በታሪክ፣ በቋንቋ እና በመልካም አብሮ የመኖር ትውፊት የተሳሰሩ ናቸው።ነገር ግን ከቅርብ ጊዜ ወዲህ በመካከላቸው ግጭት ተፈጥሮ ነበር። ወደ የደህንነት ችግሮች. ጂ ኤም ኤም ይህንን የጋራ ፅህፈት ቤት ያቋቋመው ችግሩን ከመሰረቱ ለመፍታት ነው፡የእርቅ ንግግሮች፣የህዝቦችን ግንኙነት ማጠናከር፣ጥርጣሬን ለማስወገድ የቃል ኪዳን የእርቅ ስነ-ስርዓትን ማከናወን፣የሰላም ኮሚቴ ማካሄድ፣ወጣቶችን በስፖርት ማገናኘት፣የልማት መሠረተ ልማትን በመከተል እነዚህ ህዝቦች ናቸው። መንገድ የሚዘጉ ሰዎች ሳይሆኑ እርስ በርሳቸው የሚገናኙበት ድልድይ የሆኑ ሰዎች ናቸው። በጸጥታ ችግር ተፈናቅለው ወንድማማችነታቸውን አሳይተዋል።

********************************* More about OBG Trilateral Peace and Development Office *****************************************

>>>>>>>>>>>>>>>>>>>>>>>>>>>>>>> Afaan Oromoo | በአማርኛ | English <<<<<<<<<<<<<<<<<<<<<<<<<<<

Mul'ata

Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Mootummaa Naannoo Beenshanguul-Gumuuz Waligalteen Misoomaa fi Nageenya walinii irratti Wali- galtee Mallatteeffamee Bu’uureefachuun Karoora Waggaa 5 jechuun (2012-2017) qopha’ee Keessaatti Nageenyaa fi Misoomaa Milkaa’ee arguu.

Ergama

Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Mootummaa Naannoo Beeshanguul-Gumuz Giddutti Walii galtee Misoomaa fi Nageenyaa Mallatteeffamee Bu’uura godhachuun Walii-galtee Dambii Lakk 1/2010 Hojii irra olchuu.

Kaayyoo

Mootummaa Naannoo Oromiyaa,Beeshanguul-Gumuz fi Gambeellaa Giddutti rakkowwaan Dhimmoota walitti bu’iinsa Naannoo Daangaa fi keessaa deddebi’ee uumama turee deebi’ee uumamu hundeerraa furuuf Naannolee sadan misoomaaf Nageenyaan walitti hidhuu.

Galma

Naannoolee Daangaa fi keessaa irratti Misoomaa fi Nageenyaa Waaraa fiduun Haawwaassi Naannoo Daangaafi keessaa Haawwassummaan, Jaalalaa fi Obbulummaan duudhaa walii kabajanii Jiruu fi Jireenyaa isaanii akka geggeffatan gochuu.

Dudhaalee

Amanamummaa Iftoomina Ittigaafatamummaa Ol’aantummaa Heeraa fi Seeraa Kabajuu Fi Kabachiisuu Iccitii Eegguu Kutannoon Hojeechuu (aarsaa kafaluu) Jijjiiramaaf Qophii ta’uu Haqaan hojjecuu

Toora Xiyyeeffannoo

Walitti Dhufeenya Mootummaa Naannolee Cimsuu; 2:- Hawaasa Naannoo Daangaa Naannolee Sadanii Jiru Hawaasummaan( afaan, Aadaafi Duudhaa), Dinagdeefi Bu’uuraalee Misoomaatiin Walitti Hidhuu;

For English Translation Click here>>

© www.OBGPD.gov.et. All Rights Reserved.