Konfiraansii fi marii geggeeffamaa tureen bu’aan argame namootni aggatamanii turan fi qabeenyi hatamee ture deebi’uu danda’ee jira. Akkasumas walittidhufeenya naannoolee ollaa cimsuuf mana barumsaa ifa boruu Magalaa Gambellaatti ijaarame.
Leenjii Dandeettii raawwachistummaa caasaa nageenyaa fi fokal personii kennamaa turee jira.
Marii hawwasaa bakkeewwan adda addaatti geeggeeffamaa ture jira.
Kabaja Ayyaanaa Qillee Bara 2015 Buqaatota Magaalaa Baambasii Waliin Kabajame.
Aadaa waliin jireenya uummata Oromoo fi Benishangul Gumuz cimsuuf Ayyaana Musilimaa Magalaa Asoosaatti geggeeffame.
Ayyaanni irreechaa aadaa oromoo ta’us ummata naannoo Gambellaa fi Magalaa Asoosaa waliin yeroo kabajamu.
Koree cimdii aanaalee fi gandoota gidduutti waliin geggeeffamee fi sanada waliin mallatteeffame.
Dargaggooti naannolee daangaa Lixa Oromiyaa fi Benishaangul jaalala obbolummaa akka agarsiisaniif isportiidhaan walitti fiduu irratti hojjetamee jira.
© www.OBGPD.gov.et. All Rights Reserved.
Designed by Light Computer Techno,Nekemte +251-917853694